![]() Hojiin Gadaa Duudhaa Oromoo irratti waan hundaa'uuf Oromoo biratti kabajaafi jaalala guddaa qaba. Kana bira dabrees hanga dhumaatti gootummaan osoo falmuu, hanga wareegama lubbuusaa qaalii jijjiirraa hin qabne dabarsee saba isaatiif kennuutti nama gayeedha. Ummata Oromoo lafarraa duguuguun karoora isaa kan ture gurmuun faashistii nyaapha Oromoo kan taate wayyaanee waliin mormii hadhaawaa geggeeysuun hedduu isaanii barbadeeysee jira. Guddina ‘Addis Ababaaf' Oromoon buqqa'ee baduu hin qabu! 'Obsi cunqurfamootaa roorroo warra isaan cunqursuu gabbisa!!' Akeekni barruu kanaa seenaa Finfinne (Addis Ababa) katabuuf osoo hin taahin, waamicha dirmannaa Waldaan Maccaa fi Tuulama sagantaa mootummaan Itoophiyaa Oromoota Finfinne irra buqqisuuf qabu ilaalchisee iyyata addunyaatti dabarse irratti yaada kennachuuf. › ★ ★ ★ Download Seenaa Ummata Oromoo Pdf Free Software
0 Comments
Leave a Reply. |
AuthorWrite something about yourself. No need to be fancy, just an overview. ArchivesCategories |